Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Fiigichaa Jarmaniitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan 

Leenjjisaa isaanii Koomaandar Tooleeraa Diinqaa
Leenjjisaa isaanii Koomaandar Tooleeraa Diinqaa

Doorgoommii fiigicha mana keessaa kan bara 2023 Jimaata darbe Ammajji 27 biyya Jarman, magaalaa Kaarlsruleetti geggeessamee jira. Doorgoomii kana irratti kanneen hirmaatan atileetooni itoophiyaa dhiraa fi dhalaan injjiffanoo goonffataniruu. Keesumaa atileetiin ganna 17 Abdiisaa Fayyisaa fiigichaa meetira 3000 injifachuun qalbii daawwatootaa hawatee jira.

Gama biraattin doorgoomii figichaa qaxaamura Addunyaa Guraandhala 18 Biyya Awustralliyaatti geggeessamu irratti gareen Itoophiyaa dhiraa fi dubartiin himaachuuf qophiitti jiran. Leenjjisaa isaanii Koomaandar Tooleeraa Diinqaa dubbisnee jirra.

Dorgommii Fiigichaa Jarmaniitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG