Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koleeraan Naannoolee Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Mul’ate Babal’aataa Jira Jedhame  

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon dhimma gargaarsaa dhibeen Koleeraa ammas naannoo Oromiyaa fi Somaaleetti mullate baballataa jira jechaan akeekkachiise.

Koleeraan Naannoolee Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Mul’ate Babal’aataa Jira Jedhame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Dhaabbatichi ibsa kaleessa baaseen, dhibeen kun dabalataan Godina Arsii Lixaatti kan mullate ta’uu eeree, kanaanis haga yoonaa lubbuun namoota 28 darbuu ifoomse.

Dookter Tesfaayee Kebbebee, Itti Aanaan Biiroo Eegumsa fayyaa Oromiyaa, dhibechi ammas to’annaa fi hordoffiin taasifamuu baannaan gara Godinaalee kaanilleetti baballachuu mala jechaan VOA’f himaniiru

Forum

XS
SM
MD
LG