Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Uummata Rakkatee Gargaaruun Dirqama"


"Uummata Rakkatee Gargaaruun Dirqama"
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:05 0:00

"Uummata Rakkatee Gargaaruun Dirqama"

Sababaa balaa uumamaa fi nam-tolcheen kan ka'e uummata Oromiyaa keessatti manaa fi qe'e ofii irraa buqqa'an miliyoona tokko ol ta'an gargaaruuf, Biroon Fayyaa Oromiyaa, waldaan Dooktoroota Oromiyaa fi waldaan ogeessoota fayyaa oromoo kan addunyaa walii wajjiin hojjataa akka jiran ibsanii jiru.

Dhimma kana ilaalchisee Dr. Tasfaayee Kibabaw Biroo Fayyaa Oromiyaa irraa akkasumas Dr Nuraddiin Sulee Waldaa ogeessoota fayyaa oromoo kan addunyaa irraa haasoofsiifnee jirra. Caqasaa

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG