Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hongeen Oromiyaa Keessatti Lammiilee Miliyoona Sadi’ii Ol Eeggattota Gargaarsaa Taasise   

Hongeen Oromiyaa Keessatti Lammiilee Miliyoona Sadi’ii Ol Eeggattota Gargaarsaa Taasise 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:36 0:00

Hongeen Oromiyaa Keessatti Lammiilee Miliyoona Sadi’ii Ol Eeggattota Gargaarsaa Taasise 

Hoggee naannoo Oromiyaa godinaalee 10 ol keessatti muudate irraa kan ka’e ummanni miiliyoona sadii ol gargaarsa akka barbaadu Waajirri Buusaa Gonofaa Oromiyaa ibsee jira.

Godinaa Booraanaatti qofa lammiileen gargaarsa hatattamaa barbaadan kuma 800 ol akka tahan ibse – waajirri qindeessa gargaarsaa kun. Jiraattonni naannoo hongeen miidhame jiraatan, gargaarsi nyaataa xiqqaa ta’uu isaatiin, hanqinni bishaanii, namaas ta’ee Loon irraa gahe rakkoo hamaa keessa isaan buusuu dubbatu. Tsahaay Daamxoo kana irratti gabaasaa qabdi.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG