Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessatti Sababaa Rakkoo Nageenyaatiin Dhaabileen Tajaajila Fayyaa Hedduun Miidhaman Jedha Mootummaan 

FAAYILII - Hoospitaala Yaabelloo, naannoo Oromiyaa
FAAYILII - Hoospitaala Yaabelloo, naannoo Oromiyaa

Biiroon Fayyaa Oromiyaa rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa mudateen dhaabbileen fayyaa hedduun barbadaa’uu beeksiseera.

Oromiyaa Keessatti Sababaa Rakkoo Nageenyaatiin Dhaabileen Tajaajila Fayyaa Hedduun Miidhaman Jedha Mootummaan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

Kellaaleen fayyaa 800 ol fi buufataaleen fayyaa 150 ol miidhamaaniru, hospitaalota tokko tokkoos rakkoon mudateera jedhan itti aanaa hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dr. Tesfaayee Kabaabbaaw.

Jiraattonni fi ogeessonni fayyaa godinaalee rakkoon nageenyaa mudate jedhamee Sagalee Ameerikaaf akka himanitti hawaasni tajajilaa fayyaa sirrii tahe argachaa hin jiru

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG