Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Kirtistaanaa Ortodoksii Itoophiyaa har'aa mummee-ministaraara Itoophiyaa waliin mari'ate

Waldaan Kirtistaanaa Ortodoksii Itoophiyaa har'aa mummee-ministaraara Itoophiyaa Abiy Ahmeed waliin mari'achuusa ibsee jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Waldaan Kirtistaanaa Ortodoksii Itoophiyaa har'aa mummee-ministaraara Itoophiyaa Abiy Ahmeed waliin mari'achuusa ibsee jira

Waldaan Kirtistaanaa Ortodoksii Itoophiyaa har'aa mummee-ministaraara Itoophiyaa Abiy Ahmeed waliin mari'achuusa ibsee jira.

Gama biraatiin Waldaan Ortodoksii Itiyoophiaa, kan dhiheenya abboota amantaa muuddatee fi Sinodosiin Oromiyaa fi Sabaa fi Sablammootaa jedhamus hiriirri Dilbata dhufu Guraandhala 5 bara 2015tti mata mataatti waammatan hafuu isaa gama lamaaniinuubeekisanii jira.

Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa waldhabdee Waldaa Ortodooksii Orthodookisii Tewaahidoo Itoophiyaa keessatti muudate irraa kan ka’e dhiitan mirgoota namoomaa dhaqqabuu beeksisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG