Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganni Amantaa Ortodoksii Gama Lameenii Marii Muummicha Ministaraa Waliin Taasisan Ilaachisee Ibsa Kennii Jiran 

Hoogganni Amantaa Ortodoksii Gama Lameenii Marii Muummicha Ministaraa Waliin Taasisan Ilaachisee Ibsa Kennii Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00

Hoogganni Amantaa Ortodoksii Gama Lameenii Marii Muummicha Ministaraa Waliin Taasisan Ilaachisee Ibsa Kennii Jiran

Kan dhiyeenya Abboota amantaa filatanii fi sinodoosii Oromiyaa fi sabaa fi sablammootaa jedhaman ibsa baasaniin marii muummee ministeera Itoophiyaa waliin mariachuu isaani beeksisaniiru. Sinodoosi qulqulluu waldaa kiristaanaa Itoophiyaas muummeen ministeera Itoophiyaa waliin qabxiilee mari’atan gurandhala 4 bara 2015tti miidiyaaleef ibsee ture.

Gama biraatin Addii Bilisummaa Oromoo ABO waldhabdeen mana amantaa Ortodoksii Itoophiyaa keessatti muudate akka nagaan furamu ibsa baaseen gaafatee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG