Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giddaa Ayyaanaa Keessa Rakkoon Nageenyaa Jiru Qehee Ofiitti Deebi’uu Akka Isaan Hanqise Dubbatu, Jiraattonni Qehee Ofii Irraa Buqqa’an

Naannoo Oromiyaa godina Wallaggaa Bahaa Giddaa Ayyaanaa keessa rakkoo nageenyaa jiru irraa kan ka’e sodaa keessa jirra, jedhu – jiraattonni.

Bulchiinsi aanichaa ammoo sababa rakkoo nageenyaatiin abboottin warraa qe’ee isaanii irraa buqqa’an kuma 15 ol gargaarsa hatattamaa akka barbaada, jedha.

Giddaa Ayyaanaa Keessa Rakkoon Nageenyaa Jiru Qehee Ofiitti Deebi’uu Akka Isaan Hanqise Dubbatu, Jiraattonni Qehee Ofii Irraa Buqqa’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG