Xurree ittiin seenan

Breaking News

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa fi Lammiwwan Biroon Boorana Keessatti Miidhamtota Hongeef Gargaarsa Gumaachan 

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa fi Lammiwwan Biroon Boorana Keessatti Miidhamtota Hongeef Gargaarsa Gumaachan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa fi Lammiwwan Biroon Boorana Keessatti Miidhamtota Hongeef Gargaarsa Gumaachan

Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa, jiraattota godina Booranaa balaa hoongeen miidhaman gargaarsa dhaqqabsiisuu isaa beeksisee jira.

Haati warraa Hacaaluu Hundeessaa Aadde Faantuu Damissee, dhaabbatichi boolla bishaanii fi gargaarsa midhaan nyaataa warra hoongeen miidheef gumaachuu himtee, sababaa hongeen uummanni achi jiru guddaa miidhamuu dubbattee jirti.

Gabaasaan Sagalee Ameerikaa Galmoo Daawit namoota dhuunfaan qargaarsa qindeessanii fi qaama mootummaa hojiin gargaarsaa kun ilaallatu dubbisee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG