Xurree ittiin seenan

Breaking News

Finfinneen Walga’ii Idlee Gamtaa Afrikaa 36ffaa Keessummeessaa Jirti

Finfinneen Walga’ii Idlee Gamtaa Afrikaa 36ffaa Keessummeessaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Finfinneen Walga’ii Idlee Gamtaa Afrikaa 36ffaa Keessummeessaa Jirti

Walgahiin idlee Gamtaa Afrikaa marsaa 36ffaan Guraandhala 16 kaasee amma Guraandhala 19tti taasifamuuf jiruuf, hoogganoootni biyyootaa Finfinnee galaa jiran.

Walgahii hoogganoota biyyoota dursee ammooo walga’iin ministaroota dhimma alaa biyyoottan miseensa gamtichaa kaleessaa jalqabee walga’ii irra turan. Wagahii haanga’ootaatin allattis komishinoonni adda addaa walgahii taasisaa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG