Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Oromiyaa Waamicha Araaraaa Waraana Bilisummaa Oromoof Dhiheessan

Prezidaantiin Oromiyaa Waamicha Araaraaa Waraana Bilisummaa Oromoof Dhiheessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:11 0:00

Prezidaantiin Oromiyaa Waamicha Araaraaa Waraana Bilisummaa Oromoof Dhiheessan

Pirezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa humni hidhate "ABO Shanee" naannicha keessa jiru mariidhaan gara araaraatti akka dhufu waamicha dhiyeessaniiru. Pirezdaantichi waamicha kana kan dhiyeessan yaa’iin idilee 4ffaa Oromiyaa har’a eegalame irratti ennaa gabaasaa raaw’ii hojii baatiilee hjahaa dhiheessanitti ture.

Forum

XS
SM
MD
LG