Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Yunivarzitii Amboo Gargaarsa Walitti-qabuun Uummata Booranatti Hongeen Rakkataa Jiruuf Gumaache

Gareen Yunivarzitii Amboo Gargaarsa Walitti-qabuun Uummata Booranatti Hongeen Rakkataa Jiruuf Gumaache
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Gareen Yunivarzitii Amboo Gargaarsa Walitti-qabuun Uummata Booranatti Hongeen Rakkataa Jiruuf Gumaache

Balaa hongee godinaa Booranaa mudate irraa jiraattotaafi beeyladoota baraaruuf kan hojjetamaa jiru tahullee, gargaarsi qaqqabaa jiru gahaa miti jedhame.
Dhaabbileen garaa garaafi uummatni akka gargaarsa gumaachaa jirus himamee jira.

Yunivarsiitiin Amboo duula miidiyaa hawaasummaa qindeessuufi maloota garaa garaatti gargaaramuun birrii miliyoona 4 ol tahu walitti-qabee, dhiheenya Godina Booranaatti jiraattota Hongeen miidhamaniif gumaacheera.

Forum

XS
SM
MD
LG