Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Dubaraan Dorgommii Maaraatoonii Oskaakaa Injifatan  


Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Dubaraan Dorgommii Maaraatoonii Oskaakaa Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:09 0:00

Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraan Dubaraan Dorgommii Maaraatoonii Oskaakaa Injifatan

Dorgoommi Maaratoonii Osaakkaa Dilbata kaleessaa Jaappaanitti geggeessame irratti atileetooni Itiyoophiyaa dhiiraa fi dubbaraan rikoordii bakkicha fooyyessun ijjifataniru. Dorgommii dubartootaa irratti atileet Helen Bekele Tola rikoordii bakka sanaa daqiqaa afuriin foyyeesuun kan injifatte yoo tahu , ka dhiiraa ammoo Atileetii umuriin ganna 26 Haylemaariam Kiros tu injifate. Dorgommichaa booda, Atileet Helen, Sagalee Ameerikaaf haal ture ibsitee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG