Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Lammiileen Ishee Hongeen Miidhamaa Jiran, Itiyoophiyaan Oomisha Qamadii Akka Alatti Gurgurattu Beeksiste

Kan Lammiileen Ishee Hongeen Miidhamaa Jiran, Itiyoophiyaan Oomisha Qamadii Akka Alatti Gurgurattu Beeksiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:17 0:00

Kan Lammiileen Ishee Hongeen Miidhamaa Jiran, Itiyoophiyaan Oomisha Qamadii Akka Alatti Gurgurattu Beeksiste

Mummichi Ministeera Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad, Itiyoophiyaan hojii Qamadii gara biyya alaatti ergu jalqabuu ishee Godiina Baalee irraa, Guraandhala 12 bara 2023,labsanii jiru.

Caffeen Oromiyaas yaa'ii isaa kan dhiyeenya kanaa irratti " milkoomiina argamee" jechuun dhimma kana ibsee jira.

Gama kaaniin Oromiyaa keessatti godinaaleen caamaan gaaga'amaa jiraniif iyyannaan gargaarsaa dhagahamaa jira. Keessumaa rakkoon Boorana keessaa qalbii haawatee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG