Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattota Godina Booranaaf Tumsi Taasifamaa Jira

Jiraattota Godina Booranaaf Tumsi Taasifamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:05 0:00

Jiraattota Godina Booranaaf Tumsi Taasifamaa Jira

Dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa akkasumas namootni dhuunfaa jiraattota Godina Booranaatti sababa hoongeen gargaarsa fedhaniif tumsa addaa taasisaa jiran.

Jiraattonni Godina Booranaa keessumaa tumsa kanatti gammadoo ta’uu himanii gargaarsi kunis akka hatattamaan isaan gahu gaafataa jiran. Mootummaan Naannoo Oromiyaa karaa Buusa Gonofaa, tumsa kana koree addaan qindeessuu himee, kan haga yoonaa tumsa biyyaalessaa kana qindeesssuf tureefis, karoora amma qajeelfatutti ta’uu ifoomse.

Forum

XS
SM
MD
LG