Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gurmaa’isi Haaraan Mootummaan Oromiyaa Godinaa fi Magaalaalee Haga Tokko Irratti Geggeesse Mormii Kakaase  


Gurmaa’isi Haaraan Mootummaan Oromiyaa Godinaa fi Magaalaalee Haga Tokko Irratti Geggeesse Mormii Kakaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00

Gurmaa’isi Haaraan Mootummaan Oromiyaa Godinaa fi Magaalaalee Haga Tokko Irratti Geggeesse Mormii Kakaase

Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni godina Gujii fi Baalee sagaleen Ameerika haasofsiise tokko tokko gurmaa'insa godina Booranaa Bahaa jedhame aanaaleen godinaalee Gujii fi Baalee irraa fudhataman marii hawaasaan miti, jechuun mormiin ka’uu ibsan. Akka jiraattonni kun jedhanitti murtee Manni Maree Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaafa 20 bara 2015 magaalota adda addaa fi godina tokko irra-deebi’uun gurmeessuuf dabarse hawaasa hin hirmaachisne jechuun ibsan. Biiroon Misooma Magaalaa Naannoo Oromiyaa akka beeksisetti gurmaa’insi magaalota naannichaa bifa haaraan ta'e kun magaalonni fayyadamtoota misoomaa qixaa akka ta’aniif kan qophaa’e, jechuun ibsan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG