Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Barattoota Dubraa Mana-barnootaa Amboo Drogommii Kubbaa Miillaa Dubartootaa FIFA Taanzaaniyaatti Geggessamerratti Lammaffaa Bahan 


Gareen Barattoota Dubraa Mana-barnootaa Amboo Drogommii Kubbaa Miillaa Dubartootaa FIFA Taanzaaniyaatti Geggessamerratti Lammaffaa Bahan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:48 0:00

Gareen Barattoota Dubraa Mana-barnootaa Amboo Drogommii Kubbaa Miillaa Dubartootaa FIFA Taanzaaniyaatti Geggessamerratti Lammaffaa Bahan

Wal dorgommii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afriikaa KAF Paan Afriikaa manneen barnootaa jidduutti torban lamaan darbe, Taanzaaniyaa, magaalaa Daare Salaam'tti adeemsisamerratti, Itoophiyaa bakka bu'uun gama shamarraniin barattootni mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Awwaaroo, magaalaa Amborraa hirmaatanii jiru.

Gama dhiiraan ammoo barattootni mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Gadaa Roobalee, magaalaa Adaamaarraa hirmaannaa kan hirmaatan yoo tahu, gareen lamaanuu waancaadhaaf qaqqabanii morkattoota isaaniin waan injifatamaniif sadarkaa 2ffaa argachuun Medaaliyaa birrii ykn madaabaa fi badhaasa doolaara kuma 75 argachuun gara biyyaatti deebi'anii jiru.

Barattoota shamarranii Sadarkaa 2ffaa Awwaaroo dorgomicharratti hirmaatan keessaa haga tokko akkasumas leenjisaafi daayirektara kubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG