Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caaluu Dessoo Maaraatoonii Tookiyoo Moohe


Caaluu Dessoo Maaraatoonii Tookiyoo Moohe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Caaluu Dessoo Maaraatoonii Tookiyoo Moohe

Dorgommii Maaraatoonii Tookiyoo bara 2023 Dilbata kaleessaa gaggeeffameen atileetooni Ityoophiyaa dhiraaf dubartootan injiffataniruu. Atileetooni dhiraa 1ffaa hanga 3ffaa yagguu bahan gama dubbartootaan immoo 2ffaa hanga 4ffaatti xumuraniruu.

Caaluu Deessoo 1ffaa, Isaa Mohammed if Tsegaaye Kabadaa immoo 2ffa fi 3ffaa bahaniruu.

Gama dubbartootani atileettin lammii Keeniyaa Roozmaarii Wanjiruu yagguu injiffattu atleettoonii Itoophiyaa Tsehaay Gammachuu fi Asheetee Bekeree 2ffaa fi 3ffaa bahaan.

Eebbisaa Naggasaa atileettii maaraatoonni Tokyo Injjiffate Caaluu Deessoo fi leenjjisaa isaa Haajji Adiloo toora skypettiin Tokiyoo iraa dubbiseeraa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG