Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Kanatti Dubartoonni Booranaa Miidhaa Hangee Hamaa Keessa Jiran Maal Jedhu? 


Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Kanatti Dubartoonni Booranaa Miidhaa Hangee Hamaa Keessa Jiran Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00

Guyyaan Dubartootaa Idil-Addunyaa har’a sagantaalee garaa garaatiin kabajamaa oole irratti bu'aa ba'ii fi qormaataalee dubartoota mudatan, akkasumas deemsa kana keessatti ciminaa fi cicha dubartootni agarsiisan tu hubannoof dhihaate.

Naannoo Oromiyaa, Godina Booranaa keessa dubartootni jiraatan, miidhaa hongeen yeroo dheeraaf irra ture itti fidhe irraa kan ka’e haala rakkisaa keessatti argamu. Gabaasaan Sagalee Ameerikaa Galmoo Daawwit tibbana gara Godina Booranaatti imalee ture, hubaatii hongeen irra geessise ilaalchisee dubartoota haasofiisee jira. Tsahaay Daamxoo tu qindeessee dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG