Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Gadaa fi Maanguddoonni Godinaa Gujii Mootummaan Otuu Uummata Hin Mari’achiisiin Godinaa Haaraa Hundeessuurratti Mormii Qaban Ibsan

Abbootiin Gadaa fi Maanguddoonni Godinaa Gujii Mootummaan Otuu Uummata Hin Mari’achiisiin Godinaa Haaraa Hundeessuurratti Mormii Qaban Himan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:40 0:00

Abbootiin Gadaa fi Maanguddoonni Godinaa Gujii Mootummaan Otuu Uummata Hin Mari’achiisiin Godinaa Haaraa Hundeessuurratti Mormii Qaban Himan

Booranaa Bahaa ka jedhamu godinaa haarawa hundeessdhaan murtiin irra gahame kan uummatni irratti mari’atee murtaawe miti, jechuudhaan abbootiin gadaa fi maanguddoonni Gujii mormii isaanii dhageessisanii jiran.

Magaalaan Negeellee magaalaa godinaa haaraa kana akka taatu mutaa’uu ilaalchiseellee akka mufannaa qaban ibsanii aangawoota mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’achuu isaanii abbootiin gadaa fi maanguddoonni kun ibsanii jiran. Deebii aangawoota Oromiyaa irraa isaaniif kenname akka hin simatiinillee dubbatan.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG