Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Mana-maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Oromiyaarraa Filataman Akka Rakkoon Naannicha Keessaa Araaraan Furamu Gaafatan  


FAAYILII - Paarlaamaa Itoophiyaa, Finfinnee, Onk. 04 , 221.
FAAYILII - Paarlaamaa Itoophiyaa, Finfinnee, Onk. 04 , 221.

Miseensotni Mana Maree Bakka Bu’oota Itoophiyaa Naannoo Oromiyaarraa filataman Gamtaan Afriikaafi qaamolee Mootummaa biroof xalayaa erganiin mootummaa fi gurmuulee hidhattootaa jidduutti waraanni taasisamu akka hatattamaan marii nagaan furmaata argatu gaafatanii jiru.

Miseensonni Mana-maree Babba-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Oromiyaarraa Filataman Akka Rakkoon Naannicha Keessaa Araaraan Furamu Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Dhimma kanarratti yeroo 2ffaaf yaada kennuu isaanii kanneen dubbata miseensonni mana maree kun, guyyoota 30 darban keessa Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa, garee hidhattootaa Waraana Bilisummaa Oromootiif waamicha marii nagaa labsaniyyuu deemsi nagaa eegamuu dhabuu isaa Sagalee Ameerikaatti himan.

Wal waraansi naannoo Oromiyaa keessatti adeemsisamu akkaataadhuma kan Naannoo Tigraay keessaa itti furametti akka furmaata argatu Gamtaa Afriikaaf xalayaa erguu isaanii himanii jiru, bakka bu’ootni kunneen.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG