Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Bishaanii Akka Addunyaatti Harra Yaadatamee Oola


Nama bishaan gurguraaf fe'ee deemuu, Naayroobii, Bitootessa 21, 2019.
Nama bishaan gurguraaf fe'ee deemuu, Naayroobii, Bitootessa 21, 2019.

Dhabbannii Mootummoota Gamtoomanii guyyan kun guyya rakkoo bishaanii fi qulqullina naannoo hiikuuf jijjiiramaaf safisaan itti hojjatamuu qabu jedha.

Guyyaan Bishaanii Akka Addunyaatti
Harra Yaadatamee Oola
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:21 0:00

Rakkoon bishaanii guddina akka addunyaatti hawwamuu hunda miidha, an jedhu dhaabatichi, fayyaa irraa kaasee amma beelaatti, barnootaa amma industirii, akkasumas dhimma nageenyaa fi tasgabbii irrati dhiibbaa akka qabus eere.

Karaa biraatiine marii Galma Misooma Itti Fufiinsa Qabu (SDG) bara 2015 geggeeffame irratti waadaan galamee namni hundi bara 2030tti bishaanii fi qulqullina naannoo akka argatu gochuu an jedhu ture. Haata'u malee akka Dhabbannii Mootummoota Gamtoomanii jedhutti addunyaan Yeroo ammaa kana daandii sanirraa irraa fagoo jirti.

Namoonni biliyoonaan lakkaa’aman, ijoolleen manneen barnootaa, manneen daldalaa, wiirtuuwwan eegumsa fayyaa, qonnaan bultootaa fi warshaaleen lakkoofsa hin qabne mirgi namoomaa bishaanii fi qulqullinaaf qaban ammallee guutamuu waan dabeen haalii keessa jiran hammadha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG