Xurree ittiin seenan

Breaking News

HRW: Yakki Waraanaa Itiyoophiyaa Keessatti Raaw’atamuu ka Ameerikaan Beeksiste Qorannaa Tokkummaa Mootummootaa Waliin Qindeeffamuu Qaba  

FAAYILII - Haleellaa qileenssarraa Maqaleetti geggeeffame booda namonni yeroo baqatan, naannoo Tigraay, Onk. 20, 2021.
FAAYILII - Haleellaa qileenssarraa Maqaleetti geggeeffame booda namonni yeroo baqatan, naannoo Tigraay, Onk. 20, 2021.

Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti yakki waraanaa fi ka biroon gaggeeffamuu ka Yunaayitid Isteetis beeksiifte, akka qorattonni Tokkummaa Mootummootaa dhimmicha gad-fageenyaan qoratan gochuu waliin qindeeffamu qaba jechuun gareen mirga dhala namaaf falmu Hiyumaan Raaytis Waach har'a hubachisee jira.

HRW: Yakki Waraanaa Itiyoophiyaa Keessatti Raaw’atamuu ka Ameerikaan Beeksiste Qorannaa Tokkummaa Mootummootaa Waliin Qindeeffamuu Qaba
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:10 0:00

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG