Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amnestii Internashinaal Gabaasaa Isaa Waggaa Keessatti Haala Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Keessaa Ibsee Jira  

Amnestii Internashinaal Gabaasaa Isaa Waggaa Keessatti Haala Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Keessaa Ibsee Jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Dhaabbannii mirga namoomaatii falmu idil-addunyaa Aminestii Internaashinaal gabaasaa waggaa haala qabinsa mirga namoomaa biyyoottan addunyaa irraa qorachuun baase torban kana keessa ifa taasisee jira. Amnestiin gabaasaa isaa waggaa kana keessatti haala mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessaa ilaalchisuun bal’inaan ibsee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG