Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti-gaafatamaan Waajira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamtee Ajjeesaman


Itti-gaafatamaan Waajira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamtee Ajjeesaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:41 0:00

Itti-gaafatamaan Waajira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamtee Ajjeesaman

Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamtee, Obbo Dassaalany Bokonjaa qaama hin beekamneen Wixata Har’aa, Bitootessa 30 bara 2022 ganama ajjeesamuu isaanii waajjirri isaanii beeksise.

Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaa gama tiin, Obbo Dassaalany qaama hidhateen eenyummaan isaanii haga ammaa hin beekamiinin akka ajjeesaman mirkaneessee, gadda isaa ibsee jira. Wahilli isaanii, aangawaan waajira paartichaa ka magaalaa Naqamtee, akka dhimmichi qoratamaa jiru ibsanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG