Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeettii Qorannoofi Qo’annoo akkasumas Ispeeshaalistii Fayyaa Daa’immanii Dhiyeenya Dana Yuniversitii Jimmaa Irraa Beekkamtii Argatan

Ogeettii Qorannoofi Qo’annoo akkasumas Ispeeshaalistii Fayyaa Daa’immanii Dhiyeenya Dana Yuniversitii Jimmaa Irraa Beekkamtii Argatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00

Ogeettii Qorannoofi Qo’annoo akkasumas Ispeeshaalistii Fayyaa Daa’immanii Dhiyeenya Dana Yuniversitii Jimmaa Irraa Beekkamtii Argatan

Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii Yunivarsiitii Jimmaatti, Barsiistuu, ogeettii Qorannoofi Qo’annoo akkasumas Ispeeshaalistii Fayyaa Daa’immanii ti. Dabalataanis, Pireezidaantii Itti Aantuu Qorannoofi Qo'annoo akkasumas tajaajila hawaasaati. Yunivarsiitiin Jimmaa torban darbe keessa gulantaa piroofeesarummaa guutuu barsiisotaafi qorattoota gumaacha olaanaa taasisan shaniif kenne keessaa, Piroofeesar Natsaannat tokko.

Forum

XS
SM
MD
LG