Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Oromiyaatti Bokkaan Roobus Qonnaan Bultoonni Rakkoo Keessa Jirra Jedhu


Godinaalee Oromiyaatti Bokkaan Roobus Qonnaan Bultoonni Rakkoo Keessa Jirra Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:23 0:00

Godinaalee Oromiyaatti Bokkaan Roobus Qonnaan Bultoonni Rakkoo Keessa Jirra Jedhu

Roobi Waqtii shanii booda Godinaalee Kibba Oromiyaatti roobus, qonnaan bultoonni loon irraa dhume midhaan waan ittiin facaafatan dhabanii rakkoo keessa akka jiran dubbatanii jira.

Qonnaan Bulaan Godina Booranaa Aanaa Dirree sanyii fi xaa’oo akkasumas horiin ittiin qotan waan jiraattota harkaa dhumeef nami rakkoo keessa jiraachuu VOA’f himaniiru. Gujii Aanaa Gooroo Doolaattis rakkoo nageenyaaf jecha qonnaan bultoonni waan qonnaaf barbaachisu akka hin argatin hafan dubbatanii jiran. Biiroon Qonnaa Oromiyaa, furmaata qonnaan bultoota kanaaf fiduuf hojjetaan jira jedhaa; Galmoo Daawit gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG