Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hinseenee Dhibbaa:  Taatoo Koomedii “Bashkaadaa” Keesatti Dandeettiin Ishee Daawwattoota Hawate  

Hinseenee Dhibbaa:  Taatoo Koomedii “Bashkaadaa” Keesatti Dandeettiin Ishee Daawwattoota Hawate  
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:52 0:00

Hinseenee Dhibbaa hojii komeedii isheetiin yeroo dhiyoo as miidiyaa hawaasummaa irratti hordoftoota ishee biratti beekamtii argataa jirti. Midiyaa dhuunfa dandeettii ishee miidiyaa hawaasummaa irratti argee ishee quunnamuu isaa dubbatu, “Egeree Miidiyaa” wajjiin hojiin Koomedii haaraan Shibirreen eegalte, kan “Bashkaadaa” jedhamu daranuu akka beekamtu ishee taasisee jira.

Hinseeneen, barattuu kooleejii fi nama maatii qabdu tahuullee dubbatti. Waa’ee hojii ishee koomedii fi jireenya ishee, akkasumas, mul’ata ishee fuul-duraa ilaalchisuun dubbisnee.

Forum

XS
SM
MD
LG