Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuuba Gogaa Namaa Miidhu 


Naannoon Oromiyaa Hojii Naga-Eegumsaaf Humna Addaa Bobbaasuu Akka Dhaabe Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Dhukkuub leeshmeniyaasiis jedhamu keessaa tokko kan ta'e Kaalaazaar ilaalchisee gaaffii fi deebii kutaa 1ffaa Kamiisa dabree dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Gosa dhukkuuba leeshmeniyaasiis kan ta'e Kutaaniyas leeshmeniyaasiis ilaalchisee Dhaabbatta Fayyaa Uummataa kan Itiyoophiyaa keessatti, qorannoo dhukkuuboota sadii irratti gaggeeffamuuf daayreekteeraa fi hogganaa qorannaa kan ta'an, Dr. Garramuu Xaaseew Gumaa ibsa nu kennaii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG