Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gujiii Keessatti Dhibeen Koleeraa Lubbuu Galaafachaa jira  


Gujiii Keessatti Dhibeen Koleeraa Lubbuu Galaafachaa jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00

Gujiii Keessatti Dhibeen Koleeraa Lubbuu Galaafachaa jira  

Gujii, aanaa Waadaraatti dhukkubni koleeraa lubbuu namootaa galaafachaa akka jiruu himame. hojjataan ekisteenshinii fayyaa maqaan isaanii akka hin ibsamne gaafatan takka dhukkubichi magaalaa waadaraa malees baballachuu fii keessumattu gandoota baadiyyaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafachaa akka jiru himan. Itti aanaa hoogganaan waajjira fayyaa waadaraa, obbo lammaa sisaay dhibeen kun guyyoota 41 darban keessatti aanicha keessatti mullachuu fi lubbuu namoota kudhaniis galaafachuu mirkaneessan. karaa biraatiin godinaawwan baaletti mudatee an ture dhukkubumti koleeraa kun gadi bu’aa jiraachuudha hooggantoonni an dubbatan. galmoo daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG