Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetii Paara-Olimpikii Taammiruu Kaffaaloo Dorgommiilee Shaampiyoonaa Addunyaatti Hirmaachuuf Qophaawaa Jiraachuu Hime

Atileetii Paara-Olimpikii Taammiruu Kaffaaloo Dorgommiilee Shaampiyoonaa Addunyaatti Hirmaachuuf Akka Qophaawaa Jiru Hime
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:51 0:00

Atileetiin para-olimpikii Itiyoophiyaa, Taammiruu Kaffaalew, yeroo doorgoommilee ji’aa muraasaa booda Paarisitti geggeessaman Shaappiyoona athleetiksii adduyaa irratti hirmaachhuf shaakalaa jiraachuu isaa Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Dorgoommi paaraa-olimpiki biyya Brazilitti bara 2016 dorgoomamee irratti hirmaachuun Madaalliyaa meetii Itoophiyaaf kan arggamsisee ture atileet Tamiruu Kaffalew, turmaata wagga afuri booda Olimpikii Tokiyoo irratti hirmaachuun diploomaa arggachuun isaa ni yaadatama.

.

Forum

XS
SM
MD
LG