Xurree ittiin seenan

Breaking News

OLLAA: Haasawwan Jibbinsa Irraa Maddanii fi Uummata Tokkotti Fuuleffatan Walitti-bu’insa Waan Fidaniif Balaaleffatamuu Qabu 

OLLAA: Haasawwan Jibbinsa Irraa Maddanii fi Uummata Tokkotti Fuuleffatan Walitti-bu’insa Waan Fidaniif Balaaleffatamuu Qabu
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:42 0:00

Dhaabbanni mirga namoomaaf falmuu fi hawaasaalee Oromoo waliin hojjetu OLLAAn haasaawwaan jibbinsa irraa maddanii fi ummata oromoo irratti xiyyeefatan, jedhu ilaalchisee ibsa baaseen haasawwan akkanaa saboota gidduutti kanneen walitti-bu’insa hammeessan waan taheef balalefachuu qaba, jedhee jira.

Daarektarrii dhaabatichaa aadde Seenaa Jimjimoo waa’ee kanaa fi kanneen biroo irratti sagalee Ameerikaaf ibsa kennanii jira.

Forum

XS
SM
MD
LG