Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa Har’a Magaalaa Naqamteetti Qaamolee Hawaasaa Adda Addaa Waliin Mari’atan  

Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa Har’a Magaalaa Naqamteetti Qaamolee Hawaasaa Adda Addaa Waliin Mari’atan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00

Muummeen Ministiraa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimad Naqamteetti qaamolee hawaasaa garaa garaa godinaalee Wallaggaarraa dhufan wajjin har’a ganama mari’atanii jiru.

Gareen riphxee-loltootaa Waraana Bilisummaa Oromoo ammaan dura dhimma kana irratti gaafatamee bakki qaamni walabaa jirutti marii nagaa adeemsisuuf qophii tahuu isaa kan ibsaa ture yoo tahu gama muummicha ministiraan kana ilaalchisee wanti ibsame hin jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG