Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqataa Oromoo: Kaartum Keessatti Haalli Dhukaasaa Haga Tokko Ka Gab Jedhe Fakkaatus Ammallee Sagaleen Dhukaasaa Ni Dhaga'ama 

Baqataa Oromoo: Kaartum Keessatti Haalli Dhukaasaa Haga Tokko Ka Gab Jedhe Fakkaatus Ammallee Sagaleen Dhukaasaa Ni Dhaga'ama 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00
Haalli dhukaasa Kaartum keessaa kaleessarraa kaasee haga tokko an tasgabbaahee fakkkaatus ammalee akka dhukaasni dhaga’amaa jiru, Baqataan Oromoo magaalattii keessa jiru Sagalee Ameerikaatti himeera.
Baqataan kun sababuma waaraana deemaa jirtuutiin ofii bakka hojiitti gara mana isaa deeb’uu akka dadhabeefii maatiidhan ergasii akka walinargine dubbataa. Mitikkuu Fiqaaduutu bilbilaan dubbise.

Forum

XS
SM
MD
LG