Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattuu Haadha Ijoollee Kaartum Irraa: Ijoolleen Dhukaasaan Rifatanii Na Harkatti Rakkataa Jiru

Baqattuu Haadha Ijoollee Kaartum Irraa: Ijoolleen Dhukaasaan Rifatanii Na Harkatti Rakkataa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

Yeroo dhukaafamuu fiiganii siree jala lixuu ni dhokotuu kan jedhan haatii ijoollee lamaa fi baqattuu Oromoo kan ta’an Aaddee Makkiyyaa Abduraahman du'a qofa eeggataa jirra jedhu. Sudaan keessatti dhukaasa dhaabinsii labsamuus, baqattootaaf haallii jijjiramee tokko iyyu hin jiru jedhu baqattonni oromoo magaalaa Kaartuum keessaa dubbifne.Kanaafis jecha birmannaaf iyyatan.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG