Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaartum Keessatti Baqattoonni Rakkoo Beelaa fi Jeeqama Sagalee Dhukaasaa Irraa Irraa Mudateen Akka Gidiramaa Jiran Dubbatu 


Kaartum Keessatti Baqattoonni Rakkoo Beelaa fi Jeeqama Sagalee Dhukaasaa Irraa Isaan Mudateen Akka Gidiramaa Jiran Dubbatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:06 0:00

Wal waraansii Sudaan keessaa keessumaa baqattoota irratti rakkiina addaa geesisuu isaa baqattonni dubbataa jiru.Biyya ofitti deebi'uuf siyaasaaf dheessuu isaanii biyya ollaa biraatti dheessuuf immo, sodaa nageenyaa fi maallaqa ga'aa akka hin qabne dubbatu.

Ulfa baatii tornaa fi haadha daa'iima tokko kan ta'anii fi sodaa nageenyaaf jecha maqaan akka hin ibsamnee gaafatan tokko haala keessa jiran akkas jechuun Jaallannee tti himan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG