Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala Marii Nagaa Mootummaa fi WBO Gidduutti Geggeessamee 


Xiinxala Marii Nagaa Mootummaa fi WBO Gidduutti Geggeessamee 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:40 0:00

Xiinxala Marii Nagaa Mootummaa fi WBO Gidduutti Geggeessamee 

Mariin Nageenyaa Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti Tanzaaniyaatti torban tokkoof eega geggeessamaa turee booda xumuramuu isaa, qaamonni lameen ibsa har’a mata mataatti baasaniin beeksisanii jiran.

Mootummaan Itiyoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo ibsawwan baasan kana irratti dhimmoota irratti wal-hubatatan qabaachuuu isaanii, dhimmoota kaan irratti ammaaf waliigaltee irra gahuu akka hin danda’iin beeksisanii jiran. Gara fuul-duraaatti walitti-deebi’anii dubbachuuf akka fedhii qabanillee gam lameenuu hubachiisanii jiran.

Dhimma kana irratti Waahilli keenya Mitikkuu Fiqaaduu qorataa dhimma hiikkaa wal-dhabinsaa Obbo Dastaa Alamayyoo Itiyoophiyaarraa, akkasumas hayyuu falaasama siyaasaa Doktor Alamaayyoo Birruu As Ameerikaarraa dubbisee jira. Gara sanatti haa dabarru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG