As Yunaaytid Isteetis keessatti rakkoon kophummaa yokaan qofaatti of baasuu dhibee fayyaa guddaa tahuu hakimii mummichi kan Yunaaytid Isteetis Dr. Viiveek Maartii ibsanii jiran.
Qophummaan dhibee fayyaa guyyaatti tamboo yokaan sijaaraa darzana tokko xuuxuun geesisuun qixxee miidhaa akka geesisuu ibsan. Qophummaa ilaalchisee, Dr. Naa’omii Abdurrahmaan, ogeettii waa'ee fayyaa ka wal'ansa dhibee sammuu Minisootaa irraa dubbisnee jirra.
Forum