Itti gaafatamaan waajjira Paartiin Badhaadhina kan konyaa Gebiresu Yohanruka, kan ta’an Obbo Umer Lemma "shororkeessitoonni dhukaasa" isaanii fi namoota biroo irratti bananii rasaasaan ajjeefamuu Paartiin Badhaadhina kan bulchiinsa naannoo Affaar beeksisee jira. .
Ibsa kaleessa dhaabichi baaseen dhukaasni kun kan raawwatame Umer naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa irraa gara naannoo Affaar magaalaa Awaashitti osoo imalaa jiranii ta’I ibsee jira.
Namoonni ijaan argan RSAf akka himanitti, Obbo Umer namoota torba dhukaasa Sambata darbe gaggeeffameen ajjeefaman keessaa tokko.
Forum