Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fayyadamtoonni Xiqqoo Akka Turu Gaafatanus Gurgurtaan Boba’aa Dijitaalaan Qofa Akka Tahu Murtaa’e Itti Fufee Jira

Fayyadamtoonni Xiqqoo Akka Turu Gaafatanus Gurgurtaan Boba’aa Dijitaalaan Qofa Akka Tahu Murtaa’e Itti Fufee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:37 0:00

Harra Caamsa tokko bara 2015 kaasuun guutummaa biyyaatti bittaan boba’aa gama diijitaalaan qofa akka tahe murtaayee jira. Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti sirni kaffaltii kana jalqabsiisuu gaggeeffamee jira.

Fayyadamtoonni hojmaatni kun gaarii ta’us gobbinaa fi rakkoo neetworkii waan qabuuf jecha haalli fayyadama isaa otuu kanuma duraaniin wal keessa deemee jechaan gaafatanii jiran. Baankiin daldala Itiyoophiyaa gama isaan kaffaltaa kanaaf haalli fooyya’aan uumamuu dubbataa

Forum

XS
SM
MD
LG