Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Bahiirdaaritti Addaan Cituun Tajaajila Marsariitii fi Miidiyaalee Hawaasaa  Hojii Dinagdeerra Dhiibbaa Kaa’e Jedhu Jiraattonni

FAAYILII - Magaalaa Bahiirdaar, naannoo Amaaraa
FAAYILII - Magaalaa Bahiirdaar, naannoo Amaaraa

Tajaajilichi erga adaan citee ji’a tokko turuu kan ibsan jiraattoonni addaan citichi kan taasifame Marsaitii Bilbila harkaarratti fi kan 'WiFi' jechuun himu. Ji’a Bitooteessaa irraa kaasee birkiilee miidiyaa hawaasaa kanneen akka Feesbuukii, Telegraamii, Tikitokii fi Tiwiiterii addaan cituu dubbatu. Kunimmoo jireenya keenya guyyuu irratti dhiibbaa fideeras jechuun Sgalee Ameerikaatti himaniiru.

Komishinara Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa kan ta’an Doktor Daani’eel Beqqelee dhimma kanaratti yaada kennaniin dhimmi tajaajila Intarneetii addaan kutuu skun sirriitti itti yaadamu qaba jedhan.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG