Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa keessatti Talaaliin Ittisa Koleeraa Kennamaa Akka Jiru Biiroon Fayyaa Naannichaa Beeksise

Oromiyaa keessatti Talaaliin Ittisa Koleeraa Kennamaa Akka Jiru Biiroon Fayyaa Naannichaa Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:13 0:00

Oromiyaa keessatti Talaaliin Ittisa Koleeraa Kennamaa Akka Jiru Biiroon Fayyaa Naannichaa Beeksise

Naannoo Oromiyaa godinaalee shan keessatti talaalliin ittisa dhibee koleeraa kennamaa akka jiru Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibseera. Jiraattotni godinaalee talaallin kun itti kennamuu eegalee kanneen Sagaleen Ameerikaa dubbise, ibsa kennaniin talaallichi kennamuu kan eegale tahullee bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti ammallee kennuun hin danda’amne jedhan.

Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dr.Tasfaayee Kababbaw kutaalee talaalliin itti kennamuuf karoorfame hunda bira tooftaalee adda addaatiin bira gahama jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG