Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 25ffaan Xumurame

Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 25ffaan Xumurame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:27 0:00

Shaamppiyoonaan Atileetikisii Itoophiyaa marsaa 52ffaa tibbana Akkadaamii Ispoortiitiin gaggeffamaa turee dilbata kaleessaa xumurameeraa. Shaamppiyoon kana irratti naanooleen, bulchiinsa magaalootaa fi kilabonni garaagaraa hirmaaraniru.

Shaampiyoona kana ilaalchisuun leenjjisaa garee biyyooleessaa kan ta’an Kommandar Tooleraa Diinqaa Eebbisaa Naggasaa Stockholm, Sweden irraa dubbisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG