Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli Addaa Yunaayitid Isteetis ka Gaanfa Afrikaa Gurmuu Hoogganoota Hawaasa Oromoo fi ka Saboota Itiyoophiyaa Biroo Waliin Mari’atan


Jilli Addaa Yunaayitid Isteetis ka Gaanfa Afrikaa Gurmuu Hoogganoota Hawaasa Oromoo fi ka Saboota Itiyoophiyaa Biroo Waliin Mari’atan
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:50 0:00

Gaafa Afrikaatti jilli addaa Yunaayitid Isteetis Maayik Hamer Caamsaa 10 bara 2023 bakka bu’ootaa hawaasaa Itiyoophiya kutaa Kaalifoorniyaa Magaala Loos Anjeles jiranuu wajjin waa’ee haala Itiyyophiyaa irrati marii taasisanii jiru. Bakka bu’oota hawaasa Oromoo kutaa Kaalifoorniyaa magaala Loos Anjelesi fi ka Kaalifoorniyaa Kibbaa jiraatanii wajjiinis dubbataniiru.

Dhimma kana irraatti qindeesisoota marii kanaa keessaa tokko kan ta’an Daarekteera OLLAA Adde Seenaa Jimjimoo fi Prezidaantii hawaasa Oromoo Loos Anjeles Dr. Garramuu Amanuu dubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG