Xurree ittiin seenan

Breaking News

Narsii Dargaggoo Eega Gara Ameerikaatti Godaanee Booda Cichoominaan Carraaqee Gara Ogeessummaa Fayyaa Sadarkaa Ol’aanaatti Guddataa Jiru

Narsii Dargaggoo Eega Gara Ameerikaatti Godaanee Booda Cichoominaan Carraaqee Gara Ogeessummaa Fayyaa Sadarkaa Ol’aanaatti Guddataa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:35 0:00

Baatiin keessa jirru Caamsaan as Yunaaytid Isteetis keessatti barattonni barnoota sadarkaa adda addaa xumuruun kan itti eebbifamanii dha. Qophii keenya har'a keessatti dargaggeessaa baadiyyaa Oromiyaa, lafa Waamaa Agaloo jedhamutti Narsii turee fi carraa as gara Yunaayitid Isteeits dhufee argateen carraaqqii cimaa gochuun amma Doktoora wal'ansa Fayyaa ta'uun eebbifame waliin gaaffii fi deebii taasisnee jirra.

Dr. Bushaa Tasfaayee hiikaa eega dooktorummaa eebbifamee boodas, sadarkaa biraatti cehuudhaan barnoota wal'ansa sammuu fi lafee duugdaa baqaqsanii suphuu ( Neurosegen) shakkaluuf carraa argatee, itti qophaa’ee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG