Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni ABO Baatii Tokko Dura Mana Hidhaa Buraayyuu Keessaa Bakki Geessaman Dhabame Amma Argaman, Jedhu Abukaatoo fi Jaarmayaan Isaanii

Hoogganoonni ABO Baatii Tokko Dura Mana Hidhaa Buraayyuu Keessaa Bakki Geessaman Dhabame Amma Argaman, Jedhu Abukaatoo fi Jaarmayaan Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:44 0:00

Miseensotni Hooggansa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Qajeelcha Poolisii Burraayyuu keessatti hidhamanii turaniifi, baatii darbe keessa bakki buuteen isaanii dhabamee ture, kaleessa galgala gara qajeelcha poolisii Burraayyuutti deebisamanii hidhamuu isaanii Abukkaattoon isaanii beeksisan.

Addi Bilisummaa Oromoo waa'een namoota hidhamanii jiran kanneenii yaaddoo akka qabu eeruun ibsee jira. Itti Gaafatamaan Quunnamtii Uummataa Obbo Lammii Gammachuu haalli nageenya miseensota Hooggansaa ABO kanneenii yaaddessaa dha, jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG