Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Diiginsa Ijaarsaalee Seeraa Ala Jedhamaniirratti Himannaalee Dhihaatan ilaalchisee, Deebii Buchiinsa Magaala Shaggar


Waa’ee Diiginsa Ijaarsaalee Seeraa Ala Jedhamaniirratti Himannaalee Dhihaatan ilaalchisee, Deebii Buchiinsia Magaala Shaggar
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Dhaabbanni Abbagaar Ummataa "ijaarsa seeraan alaa" magaalaa Shaggar keessatti gaggeeffamaa jiruun walqabatee komiin kuma dhibba tokkoo akka isa qaqqabe beeksise.

Bulchiinsi magaalaa Shaggar ammoo ijaarsa seeraan alaa diigaa akka jiru ibsee komiin eerame akka isa hin qaqqabiinetti dubbate. Daarektarri Olaanaa Abbagaar ummataa Doktar Indaalee Haayilee bara baajataa 2014tti komii dhiittaa mirgaa ka haala bulchiinsa gaarii waliin wal-qabatu kuma 133 ol akka isaan qaqqabe ibsaniiru.

Sadarkaa itti aanaa kantibaatti qindeessan kilaastera hawaasummaa fi bulchiinsaa magaalaa Shaggar obbo Gugsaa Dajanee gama kaaniin sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti komiin dhaabbanni Abbagaar ummataa irraa na qaqqabe jedhu dhugaa lafa irra jiruun faallaa dha jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG