Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Tigiraay Meeshaa Waraanaa Mootummaatti kennaa Jiru


TPLF
TPLF

Akkaataa waligaltee nageenyaa mootummaa feederaalaa fi bulchiinsaa naannoo Tigraay giduutti Afrikaa kibbaa keessatti malata’een humnoonii Tigraay meeshaawwan waraanaa kan sadarkaa giddu galeessaa irra jiran mootummaa feederaalti kennanii jiru.

Sirnii meeshaawan waraanaa kana hiikkachisuuf mootuumaatti keennuu kan raawwate magaala Maqalee keessatti yemuu ta’u, sirnaa kanna irratti bakka bu’onni gamtaa Afrikaa argamuun isaanii bekameera.

Gamata Afrikaa-tti garee too’anaa fi mirkaneesuu kan bakka bu’an letenaa Koloneel Teefoo Sekoolee akka jedhaniitti, adeemsi hidhaanoo hikachiisuu fi deebissanii qubachiisuu dhibeentaa 85 xumuramee jira.

Wanti amma hafee jiru akkataa waligaltee nageenyaa Sadaasa 2 barra 2022 maleefameen miseensotaa waraanaa ABUT deebisaanii dhaabuudhaa fi ummatatti makuu qopfa akka ta’e bakka bu’an gamtaa Afrikaa kun ibsuu isaanii Mulugeetaa Atsibahaa Maqalee irraa gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG