Breaking News

Kan Maqaa Zennebech Tolaan Beekamtu Atileet Maariyaam Yusuuf Jamaal Waa’ee Deemsa Ishee Atileetiksii Maal Jetti?

Afrikaa Lixaa Keessatti Shororkeessummaa Ittisuuf Dubartootni Daran Qooda Fudhataa Jiran

No media source currently available

Kan maqaan dhalata ishee Zannebech tolaa ture, atileet Maariyaam Yuusuf Jamaal, atileetii Biyya Baahireen addunyaa irratti beeksiste dha. Itoophiyaa irraa gara Baahireenitti lammummaa ishee eerga jijjiirtee asiitti biyya ishee haaraa kanaaf olompikii irratti dabalatee meedaaliyaa argamsiistee jirti. Jireenya ishee atileetiksii fi mudannoolee ishee irratti dubbisnee jirra.

​
XS
SM
MD
LG