Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mul’ata Qaban Fiixaan Baasuuf Cichaan Hojjechuutu Barbaachisa: Arkitekt Haailuu Taaddasaa Fayisaa


Mul’ata Qaban Fiixaan Baasuuf Cichaan Hojjechuutu Barbaachisa: Atkitekt Haailuu Taaddasaa Fayisaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:37 0:00

Mul’ata Qaban Fiixaan Baasuuf Cichaan Hojjechuutu Barbaachisa: Atkitekt Haailuu Taaddasaa Fayisaa

Kibba lixa Itiyoophiyaa Zoonii Kontaa keessatti projektiin biyyoolessaa guddaan hojjetamaa ture dhiheenya kana xmuramee sirnaan eebbifamee jira. Hojiileen beekamoo ta’an lamaan pirojektii Koishaa fi Riizoortii Halalaa of keessaa qabu. Muummichi ministeeraa Abiy Ahimad jalqaba baatii Eblaa keessa riizoortii kana eebbisaniiru. Arkiteektoota pirojektoota kana dizaayinii gochuuf itti gaafatamummaa qaban keessaa tokko Arkiteektii ganna 31 Hayiluu Taaddasaa Fayyisaa ti. Waa’ee projektichaa fi muuxannoo jireenya isaa nuuf qoodee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG